galata kee cover art

galata kee

by Milkii Abrahaam

AI-generated Folk song · 2:55 · 1 plays · 1 likes

Lyrics

Atoo abbaa Kootii'’ Anoo mucaa keetii
Atoo waaqaa kootii, Anoo mucaa keeti
* Kan na barbachisuu, si'ii kan naaf guutu si'i[4]

Verse 1
Beela'ee dheebodhe, anoo hin rakkannee
Daaree qullaa ta'ee , gadadoon nan dhoofnee
Sitti waamamuun koo, waan gudda naaf ta'ee
Kanaan hin abjoonnee biraano na ga'ee [2]

Verse 2
Gaaddisa keen oolaa ,maltuu natti hir'atee
Hir'uu jireenya koo sumatu naaf guute
Bashaa'een jiradhaa,an mana kee keessa
Gatii olmaa keeti, ulfadhuu maleessa [2]

Verse 3
Akka ilmoo dhaabatti na mararsifattaa
Oj irra nan buuftuu lapheetti na qabatta
Katta jabaa taatee,ana golgiteetta
Warreen Dinoota koo qaanif taasifteetta[2]

Verse 4
Sitti kooluu galee, gachanaa Amanamaa
Akka Dawwitinfaa Marjameen eegamaa
Dinni yoo barbadee, gonkumaa nan arguu
Inni na eegu immoo hin rafuus hin muguu..[2]

Make your own song with SoundLab AI