Galanni Kee Guddaa cover art

Galanni Kee Guddaa

by Maa Kaa

AI-generated Folk song · 2:22 · 1 play

Lyrics

Verse 1
Abbaa hayyuu maraa barsiisaa barumsaa
Barnoota barsiistee nu qorta qorumsaa
Galanni kee guddaa
Eenyuyyuu sin gitu bu'aa ati buuste
Qarshiiniis hin bitu.
Barsiisaa beekumsaa
Galanni kee guddaa

Pre-Chorus
Oolmaan ati oolte
Kan biraatiin addaa
Sammuu kankee keessaa
Beekumsatu maddaa

Chorus
Galanni kee guddaa
Galanni kee guddaa
Barsiisaa beekumsaa

Galanni kee guddaa
Eenyuyyuu sin gitu
Ati nu dandeessiste

Verse 2
Haalli jireenya kee ana gaddisiise beektoota addunyaa
Situ maddisiise
Daandii namaaf tolu
Situ nu qabsiise
Hojiin keetiif miindaan hedduudha gargari
Garuu abbaan biyyaa
Si ta'uu kee bari.

Bridge
Beekumsa kee keessaa
Ifni nu irratti ba'e
Naf kenni fakkeenya
Naf kenni hojii kee
Galanni kee guddaa

Chorus
Galanni kee guddaa
Galanni kee guddaa
Barsiisaa beekumsaa

Galanni kee guddaa
Eenyuyyuu sin gitu
Ati nu dandeessiste

Make your own song with SoundLab AI · Turn your own lyrics into a song