
Na Laalt
by Abdi Mohamed
Lyrics
Intro
PARY… PAARY… PAARY… (hey!)
Guyyaan arra paary
Khiyya if dabbari
Rap godhaa dardarri (yo!)
Chorus
Na laalt
Sirritti na ilaal
Olii fi gad darbii
Dabba na garsiisii
Na laalt
Alaa fi keessa taa’ii
Akka volcanotti
Na gubba bobeeysii
Verse 1
Mee daawwada dubri
Qashtiyyee Oromoo
Khottumee ol dabrii
DJ mee irra khaayii (hey!)
Walleelee gaggarii
Qashtii tii ol bahii
Dabbaa na afeerii
Daandii koo guuttanii
Chorus
Na laalt
Sirritti na ilaal
Olii fi gad darbii
Dabba na garsiisii
Na laalt
Alaa fi keessa taa’ii
Akka volcanotti
Na gubba bobeeysii
Bridge
Na gubbaa gad taa’ii
Mee if qabbaneysii
Khottu rahaa goonaa
Waan qabdu garsiisii
Way anaan taphattaa
Tiyyaan an dhamalaa (oh yeah)
Guyyaan kun hin dagatam
Hunduma ishee naaf laal
Chorus
Na laalt
Sirritti na ilaal
Olii fi gad darbii
Dabba na garsiisii
Na laalt
Alaa fi keessa taa’ii
Akka volcanotti
Na gubba bobeeysii