N.M.A cover art

N.M.A

by Nuredin Mohammed

AI-generated Folk song · 3:25 · 4 plays · 1 likes

Lyrics

Deemi sin gegeessa Ergaa deemu filaate Ergaa narraa garaakee Jabbeessite hidhaate Deemi sin gegeessa Feedhii kee ergaa ta'anne Ergaa jalaala keenyaf Garaan kee hin nannee Jalaala koo lagaate Ergaa ka'ate deemi Gabbuun kee hin oluu Kan sirriitti beekii Deemuuf mirgaa qabda Ni dandeessa fagaachuu Kan barbaadde filaate Dhaqxee waliin jiraachuu Deemi sin gabbaaruu Sin kadhaadhu lamaata ATI waan deemtef jecha Maaltu naati hira'ata Ergaa lakkii jete Deemuuf mirgaa qabda Garuu guyyaa tokkoo

Barbaadde naa dhabdaNaaf Gala

Soba keen na sossobdee Akka qilee na buuftee Hamuummatte na nyaattee Akka natti yuuftee Ilkaanin basha'aa Akka kiyyoo keesse Na balleessuuf gurmooftee Akka marii teessee Nan beeka marasaa Tolaaf hammeenya kee Gaarii koo awwaaltee Hamaa koo faarsuu kee Na biraa fira koo Orma wajjin na qalaa Callisuun filadhe malee Marti isaa naaf galaaImaanaa koo fuutee Karaa irratti gattee...! Kan na caalu argattee Anaan na dagatte...!

Akka har'aa mitii Bor ni jijjiirama...! Aduun dhihee hin hafuu Bari'uun dirqamaa...!

Qabsoo jireenyaatiif Utuun kufee ka'uu...! Yoodhuma si dhiisee Dhala keef haa kaa'uu...!

Waa'ee keetiif jedheen Imimmaan lolaasee...! Waaqayyo sin dhiisin Jedheen siif galaase... Eeyyeen Waaqayyo Sin Dhiisin Jedheen Siif Galaase...

Make your own song with SoundLab AI