si qofa jaalataa cover art

si qofa jaalataa

by Abbaa Jaarraa

AI-generated Folk song · 4:48 · 0 plays · 1 likes

Lyrics

Intro – Gitaara laafaa
(Gitaaraan suuta jalqaba; sagaleen dhiiraa miira jaalalaatiin seena.)
Eeboo jaalalaatiin… onnee koo waraantee…
Biqila jaalalaa… fiddee irra dhaabdee.....
kununsuu barbaadaa Biqilli jaalalaa maaf narraa fagaattee?
Maaf garaa jabaattee… jiraatta halaalaa…?
🎤 [Verse 1 – Sagalee laafaa]
Furtuu onnee kootii siitu harkaa qabaa,
Durbi biraa yaaltuus qulfiin isaa jaba.
Ashaaraaf password cuftee deemtee biraa,
Onnee onnee koo kan yaaluu dhibee koo kan beektuu Suma qofa jiraa.
🎶 [Chorus – Sagalee ol ka'aa, miira cimaa]
Suma qofa jiraa… suma qofaa jiraa
Onneen koo qulqulluun nama biraa hin beekuu si qofa jaalataa suma iyyaafataa
Yoon taa'u, yoon deemuus suuraa kee guddatee,
Na duraa mul'ataa, yaada koo guutaa.
Garaa jabaatanii narraa fagaatanii,
Barbaacha keetiin jooree maqaa kee waamee.
nyaataaf hin Beela'uu bishaanii dheebodhuu yoon si biraa oolee,
Hafuura koo keessaa maqaan kee bulee.
Kan dhibee koo beekuu, kan onnee koo yaaltu,
Suma qofa jiraa, sumatu naaf firaa
🎶 [Chorus – Irra deebi'i]
Suma qofa jiraa… suma qofa jiraa…
Onneen koo qulqulluun nama biraa hin beekuu.
Si qofa jaalataa… suma na gaafataa…
🎹 [Bridge – Piano laafaa, sagalee miiraa]
Jaalalaaf gammachuu waliin dabarsinee,
Si na yaadachiisaa, akkaan si hin obsinee.
Kaleessa fi har'a, boruu fi iftaanii,
Yaadni koo tokkumaa, si jibbuun gonkumaa.
Yoomuu siin jaaladha, yaa onnee koo,
Jibba kee hin yaadu, jaalallee koo.
Yoomuu siin jaaladha, si qofa barbaada,
Si qofa jaaladha, onneen koo si waama!
🎤 [Final Chorus – Sagalee guutuu]
kan dhibee koo beeku kan onnee koo yaaluu Suma qofa jiraa… suma qofa jiraa…
Onneen koo qulqulluun nama biraa hin beekuu.
Si qofa barbaada… si qofa jaaladha…
Gonkumaa sin dagatu, jaalallee koo!
Suma qofa jiraa… (suma qofa jiraa…)
Si qofa jaalataa… (si qofa jaalataa…)
Gonkumaa sin dagatu…
Onneen koo si qofa jaalataa! ❤️🎶
🎵 [Outro – Gitaara qofaan]
Suma qofa jiraa…
Si qofa jaaladha…
Gonkumaa sin dagatu…
Yaa jaalala onnee koo…

More by Abbaa Jaarraa

Make your own song with SoundLab AI