onneen koo
Lyrics
Verse 1
Eeboo jalalaatiin onnee koo waraantee
Biqila jaalalaa fiddee irra dhaabdee kununsuu barbaadaa
Biqilli jaalalaa maaf narraa fagaattee
Maaf garaa jabaattee jiraatta halaala
Pre-Chorus
Furtuu onnee kootii siitu harkaa qabaa
Durbi biraa yaaltuus qulfiin isaa jaba
Ashaaraaf password cuftee deemtee biraa
Chorus
Kan dhibee koo beekuu, kan onnee koo yaaltu
Suma qofa jiraa, suma qofa jiraa
Onneen koo qulqulluun nama biraa hin beekuu
Si qofa jaalataa, si qofa jaalataa
Verse 2
Yoon taa'u yoon deemuus suuraa kee guddatee
Na duraa mullataa, yaada koo guutaa
Garaa jabaatinii narraa fagaatinii
Barbaacha keen jooree, maqaa kee waamee
Pre-Chorus
Beela'ee dheebodhuu yoon si biraa oolee
Hafuura koo keessaa maqaan kee bulee
Chorus
Kan dhibee koo beekuu, kan onnee koo yaaltu
Suma qofa jiraa, suma qofa jiraa
Onneen koo qulqulluun nama biraa hin beekuu
Si qofa jaalataa, suma na gaafataa
Bridge
Jaalalaaf gammachuu waliin dabarsinee
Si na yaadachiisaa, akkaan si hin obsinee
Kaleessa fi arraa, boruu fi iftaanii
Yaadni koo tokkumaa, si jibbuu gonkumaa
Final Chorus
Yoo siin jaaladha, onneen koo
Jibba kee hin yaadu gonkumaa
Yoo siin jaaladha, onneen koo
Si qofa barbaada, si qofa jaaladha
Outro
Si qofa jaalataa
Gonkumaa sin dagatu